LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 7:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Haa taʼu malee, garaan Faraʼoon amma iyyuu didaa taʼe;+ akkuma Yihowaan jedhes inni isaan hin dhageenye.

  • Baʼuu 8:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Faraʼoonis boqonnaa akka argate yommuu argu, garaan isaa didaa taʼe;+ akkuma Yihowaan jedhes isaan dhagaʼuu dide.

  • Baʼuu 14:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Anis warri Gibxii isaan booda akka itti seenaniif garaan isaanii didaa akka taʼu nan heyyama; akka kanaan ani Faraʼoonittii fi raayyaa waraanaa isaa hundumaatti, gaariiwwan fardaa isaattii fi abbootii fardeenii isaatti fayyadamee ofii kootiif ulfina nan argadha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi