-
1 Saamuʼel 6:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Amma gaarii haaraa tokko, akkasumas saawwan waatilee qabanii fi takkaa illee waanjoon* irra kaaʼamee hin beekne lama qopheessaa. Achiis gaarii sana saawwan sanatti hidhaa; waatilee isaanii garuu isaan biraa gara manaatti deebisaa.
-