-
Keessa Deebii 10:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 “Waaqa kee Yihowaa sodaadhu, isa tajaajili,+ isatti maxxani, maqaa isaatiinis kakadhu.
-
-
Keessa Deebii 13:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Waaqa keessan Yihowaa duukaa buʼaa, isa sodaadhaa, ajajawwan isaa eegaa, sagalee isaa dhagaʼaa, isa tajaajilaa, akkasumas cimsaatii isa qabadhaa.+
-