Abbootii Murtii 10:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Yeroo kanatti Israaʼelonni, “Nuti Waaqa keenya dhiisnee Baʼaaliin tajaajiluudhaan, si irratti cubbuu raawwanneerra”+ jedhanii gargaarsaaf gara Yihowaatti iyyatan.+
10 Yeroo kanatti Israaʼelonni, “Nuti Waaqa keenya dhiisnee Baʼaaliin tajaajiluudhaan, si irratti cubbuu raawwanneerra”+ jedhanii gargaarsaaf gara Yihowaatti iyyatan.+