LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 10:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Yihowaanis Israaʼelota duratti akka burjaajaʼan godhe;+ isaanis Gibeʼonitti isaan ni fixan; daandii gara Beet Hooronitti ol baasuun isaan duukaa buʼanii, hamma Azeeqaa fi hamma Maaqedaatti isaan haleelan.

  • Abbootii Murtii 4:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Achiis Yihowaan Siseeraan, gaariiwwan fardaa waraanaa isaa hundii fi raayyaan waraanaa isaa hundi goraadee Baaraaq duratti akka burjaajaʼan+ ni godhe. Dhuma irrattis Siseeraan gaarii fardaa isaa irraa buʼee miilaan ni baqate.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi