-
1 Mootota 12:3, 4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 isaan itti erganii isa waamsisan. Sana booda Yeroboʼaamii fi guutummaan gumii Israaʼel gara Rooboʼaam dhufanii akkana isaan jedhan: 4 “Abbaan kee waanjoo* keenya nutti ulfaachiseera.+ Garuu ati tajaajila ulfaataa abbaan kee nuu kennee fi waanjoo ulfaataa* inni nu irratti feʼe yoo nuu salphiste nuti si tajaajilla.”
-