-
1 Saamuʼel 10:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Harʼa yommuu ana biraa deemtu, naannoo Biiniyaam keessatti awwaala Raahel+ isa Zelzaatti argamu biratti namoota lama ni argatta; isaanis akkana siin jedhu: ‘Harroonni ati barbaaduu deemte sun argamaniiru; amma garuu abbaan kee waaʼee harroota sanaa irraanfatee,+ waaʼee kee yaaddaʼaa jira. Inni, “Waaʼee ilma koo maal gochuu naa wayya?” jechaa jira.’
-