1 Saamuʼel 3:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Saamuʼel guddachuu isaa itti fufe; Yihowaanis isaa wajjin ture;+ wanta Saamuʼel dubbatu hundumaa keessaa wanti tokko illee utuu hin raawwatamin* akka hafu hin godhu ture.
19 Saamuʼel guddachuu isaa itti fufe; Yihowaanis isaa wajjin ture;+ wanta Saamuʼel dubbatu hundumaa keessaa wanti tokko illee utuu hin raawwatamin* akka hafu hin godhu ture.