LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 7:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Yeroo kanatti Saamuʼel ilmoo hoolaa hootu tokko fuudhee aarsaa guutummaatti gubamu+ godhee Yihowaadhaaf ni dhiheesse; Israaʼelota akka gargaarus Yihowaa isaaniif kadhate; Yihowaanis deebii isaaf ni kenne.+

  • 1 Saamuʼel 16:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Innis deebisee, “Naguman dhufe. Yihowaadhaaf aarsaa dhiheessuufan dhufe. Of qulqulleessaatii gara aarsaa dhihaatutti anaa wajjin kottaa” isaaniin jedhe. Achiis Isseyii fi ilmaan isaa erga qulqulleessee booda, gara bakka aarsaa itti dhiheessutti isaan waame.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi