LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 9:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Akkuma magaalattiitti seentaniin, nyaachuuf gara iddoo ol kaʼaa dhaquu isaa dura isa ni argattu. Aarsaa sana kan eebbisu isa waan taʼeef, hanga inni dhufutti namoonni sun nyaachuu hin jalqaban. Sana booda namoonni affeeraman ni nyaatu. Kanaafuu, ammuma ol baʼaa, isa ni argattu.”

  • 1 Saamuʼel 9:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Yeroo kanatti namichi nyaata qopheessu sun luka sanaa fi wanta isa irra jiru fuudhee Saaʼol dura kaaʼe. Achiis Saamuʼel, “Wanti siif kaaʼamee ture si duratti dhihaateera. Isaan yeroo kanaaf waan siif kaaʼaniif nyaadhu. ‘Ani keessummoota affeereera’ jedhee isaanitti himeen ture” jedhe. Kanaafuu, Saaʼol guyyaa sanatti Saamuʼelii wajjin ni nyaate.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi