-
Abbootii Murtii 20:46, 47Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
46 Namoonni Biiniyaam warri guyyaa sanatti duʼan walumaa galatti namoota goraadee hidhatan 25,000 turan;+ hundi isaanii iyyuu loltoota jajjaboo turan. 47 Namoonni 600 garuu lafa onaa keessa gara kattaa Rimoonitti baqatanii, jiʼa afuriif kattaa Rimoon irra jiraatan.
-