LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 9:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Harroonni* Qiish abbaa Saaʼol yommuu badanitti, Qiish ilma isaa Saaʼoliin, “Maaloo, tajaajiltoota keessaa isa tokko fudhadhuutii dhaqi harroota sana barbaadi” jedhe.

  • 1 Saamuʼel 9:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Achiis Saaʼol tajaajilaa isaatiin, “Wanti ati jette gaarii dha. Kottu haa dhaqnu” jedhe. Kanaafuu, isaan gara magaalaa namni Waaqa dhugaa sun itti argamutti qajeelan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi