Baʼuu 19:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Ammas isin of eeggannoodhaan sagalee kootiif yoo ajajamtanii fi kakuu koo yoo eegdan, guutummaan lafaa kan koo waan taateef,+ isin dhugumaan saboota hundumaa keessaa anaaf qabeenya addaa* ni taatu.+ Keessa Deebii 32:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Sabni Yihowaa qooda isaa ti;+Yaaqoob dhaala isaa ti.+
5 Ammas isin of eeggannoodhaan sagalee kootiif yoo ajajamtanii fi kakuu koo yoo eegdan, guutummaan lafaa kan koo waan taateef,+ isin dhugumaan saboota hundumaa keessaa anaaf qabeenya addaa* ni taatu.+