1 Saamuʼel 10:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Kanaafuu, isaan achii kaʼanii gara tabba sanaatti qajeelan; gareen raajotaa tokkos isaanitti dhufe. Yeruma sanattis hafuurri Waaqayyoo humna isaaf ni kenne;+ innis isaanii wajjin raajii dubbachuu jalqabe.+
10 Kanaafuu, isaan achii kaʼanii gara tabba sanaatti qajeelan; gareen raajotaa tokkos isaanitti dhufe. Yeruma sanattis hafuurri Waaqayyoo humna isaaf ni kenne;+ innis isaanii wajjin raajii dubbachuu jalqabe.+