LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 13:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 “Tarii yeroo booda ilmi kee, ‘Kun hiika maalii qaba?’ jedhee yoo si gaafate, ati immoo akkana jettee isatti himta: ‘Yihowaan harka jabaadhaan biyya Gibxii keessaa, mana garbummaa jalaa nu baase.+

  • Keessa Deebii 4:34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 Yookiin Waaqni keessan Yihowaan biyya Gibxii keessatti ijuma keessan duratti akka isiniif godhetti, murtiiwwaniin, mallattoowwaniin, dinqiiwwaniin,+ waraanaan,+ harka jabaadhaan,+ irree diriirfameen, akkasumas gochawwan sodaachisoo taʼaniin+ saboota kaan keessaa ofii isaatiif saba tokko fudhachuuf yaadee beekaa?

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi