-
1 Saamuʼel 11:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Achiis namoonni sun Saamuʼeliin, “Namoonni, ‘Saaʼoltu nu irratti mootii taʼuuf jedhaa?’ jedhan eenyu faʼi?+ Namoota sana dabarsii nutti kenni; nutis isaan ni ajjeesna” jedhan.
-