-
1 Saamuʼel 11:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Jaarsoliin Yaabeeshis deebisanii, “Gara naannoo Israaʼel hundumaatti ergamtoota ergachuu akka dandeenyuuf guyyaa torba nuuf kenni. Sana booda namni nu oolchu yoo dhabame, nuti harka keenya sitti ni kennina” isaan jedhan.
-