-
2 Saamuʼel 19:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Daawit garuu, “Isin yaa ilmaan Zeruuyaa, harʼa anaan kan mormitan, dhimma kana keessa maaltu isin galchee ti?+ Harʼa Israaʼel keessatti namni ajjeefamuu qabaa? Ani deebiʼee Israaʼel irratti mootii kanan taʼe harʼa mitii?” jedhe.
-