-
Baʼuu 22:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Qotiyyoos taʼe harree yookiin hoolaa wanti inni hate sun qabeenya isaa keessatti lubbuudhaan yoo argame, namichi wanta sana dachaa godhee kiisii haa kaffalu.
-
-
Leewwota 6:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Inni cubbuu yoo hojjetee fi yakkamaa yoo taʼe, wanta hate, wanta saame, wanta gowwoomsee fudhate, wanta imaanaadhaan isatti kenname yookiin wanta badee argate sana haa deebisu;
-