Baʼuu 3:9, 10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Kunoo, iyyi saba Israaʼel ana bira gaʼeera; warri Gibxiis hammam gara jabinaan isaan cunqursaa akka jiran argeera.+ 10 Egaa kottu, gara Faraʼoonitti sin erga; atis Israaʼelota warra saba koo taʼan biyya Gibxii keessaa ni baasta.”+
9 Kunoo, iyyi saba Israaʼel ana bira gaʼeera; warri Gibxiis hammam gara jabinaan isaan cunqursaa akka jiran argeera.+ 10 Egaa kottu, gara Faraʼoonitti sin erga; atis Israaʼelota warra saba koo taʼan biyya Gibxii keessaa ni baasta.”+