Abbootii Murtii 4:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Kanaafuu, Yihowaan harka Yaabiin mootii Kanaʼaan+ isa Hazoor keessatti bulchaa tureetti dabarsee isaan gurgure. Siseeraan inni Harosheet+ ishii kan sabootaa taate* keessa jiraachaa ture immoo ajajaa raayyaa waraanaa isaa ture.
2 Kanaafuu, Yihowaan harka Yaabiin mootii Kanaʼaan+ isa Hazoor keessatti bulchaa tureetti dabarsee isaan gurgure. Siseeraan inni Harosheet+ ishii kan sabootaa taate* keessa jiraachaa ture immoo ajajaa raayyaa waraanaa isaa ture.