Abbootii Murtii 3:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Ammas Israaʼelonni wanta Yihowaa duratti hamaa taʼe raawwachuu jalqaban.+ Kanaafuu, Yihowaan Egloon mootiin Moʼaab+ Israaʼel irratti akka jabaatu ni godhe; sababiin isaas, isaan wanta Yihowaa duratti hamaa taʼe raawwatanii turan.
12 Ammas Israaʼelonni wanta Yihowaa duratti hamaa taʼe raawwachuu jalqaban.+ Kanaafuu, Yihowaan Egloon mootiin Moʼaab+ Israaʼel irratti akka jabaatu ni godhe; sababiin isaas, isaan wanta Yihowaa duratti hamaa taʼe raawwatanii turan.