LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 6:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 akkasumas Israaʼelota gidduu nan jiraadha;+ saba koo Israaʼeliinis hin dhiisu.”+

  • Faarfannaa 94:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Sababiin isaas, Yihowaan saba isaa hin dhiisu,+

      Dhaala isaas+ hin gatu.

  • Roomaa 11:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Kanaafuu, ‘Waaqayyo saba isaa dhiiseeraa?’+ jedheen gaafadha. Matumaa! Ani iyyuu nama Israaʼel, sanyii Abrahaam, gosa Biiniyaam keessaa dhalate dha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi