LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Abbootii Murtii 3:26, 27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Eehud utuma isaan mamaa jiranii miliqee fakkiiwwan bocamoo*+ sana bira darbee nagaadhaan Seʼiiraa gaʼe. 27 Yommuu achi gaʼus naannoo gaarotaa Efreem+ keessatti xurumbaa* afuufe;+ Israaʼelonnis of dura isa buusanii naannoo gaarotaa keessaa gad ni buʼan.

  • Abbootii Murtii 6:34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 Achiis hafuurri Yihowaa Giidewon irra ni buʼe;*+ innis xurumbaa afuufe;+ Abiʼezeronnis+ isa duuba ni hiriiran.

  • 2 Saamuʼel 2:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Achiis Yoʼaab xurumbaa* afuufe; namoonni isaas Israaʼelota ariʼuu isaanii ni dhiisan; waraanichis ni dhaabbate.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi