-
1 Saamuʼel 13:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Namoonni Israaʼel rakkina keessa akka galan waan hubataniif baayʼee dhiphatan; kanaan kan kaʼes namoonni sun holqa, hallayyaa, kattaa, mana lafa jalaa fi boolla bishaanii keessa ni dhokatan.+
-
-
1 Saamuʼel 13:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Innis hanga yeroon Saamuʼel murteesse* gaʼutti guyyaa torbaaf eeguu isaa itti fufe; Saamuʼel garuu gara Gilgaal hin dhufne; namoonni sunis isa dhiisanii faffacaʼuu jalqaban.
-