-
1 Saamuʼel 16:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Yeroo booda Yihowaan Saamuʼeliin, “Inni Israaʼel irratti mootii taʼee akka hin bulchine isa tuffadhee utuun jiruu,+ ati hamma yoomiitti Saaʼoliif gaddita?+ Miʼa gaanfaa keetti zayitii guuttadhuutii+ deemi. Ilmaan isaa gidduudhaa nama mootii naaf taʼu waanan filadheef,+ gara Issey+ isa nama Beetaliheem taʼetti sin erga” jedhe.
-
-
2 Saamuʼel 7:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Akkuman jaalala koo isa amanamaa Saaʼol isan si duraa balleesse sana irraa fuudhe,+ jaalalli koo inni amanamaan isa irraa hin fudhatamu.
-
-
Faarfannaa 78:70Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
70 Tajaajilaa isaa Daawitiin filatee,+
Goorannoo hoolotaa gidduudhaa,+
-