-
1 Saamuʼel 13:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Ibroonni tokko tokko Yordaanosiin ceʼanii gara biyya Gaadii fi Giiliyaad+ dhaqan. Saaʼol garuu achuma Gilgaal keessa ture; namoonni isa duukaa buʼan hundis hollachaa turan.
-