-
1 Saamuʼel 13:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Namoonni Israaʼel rakkina keessa akka galan waan hubataniif baayʼee dhiphatan; kanaan kan kaʼes namoonni sun holqa, hallayyaa, kattaa, mana lafa jalaa fi boolla bishaanii keessa ni dhokatan.+
-
-
1 Saamuʼel 14:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Namoonni Israaʼel warri naannoo gaarotaa Efreem keessa dhokatanii+ turan hundis Filisxeemonni baqachuu isaanii ni dhagaʼan; isaanis waraanicha irratti warra kaanii wajjin taʼuudhaan Filisxeemota ariʼan.
-