-
1 Saamuʼel 14:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Yoo isaan, ‘Gara keenyatti ol baʼaa!’ jedhan garuu, Yihowaan harka keenyatti dabarsee waan isaan kennuuf gara isaaniitti ol ni baana. Kun mallattoo nuuf taʼa.”+
-