-
1 Saamuʼel 13:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Tuutawwan weerartootaa garee sadii taʼanii buufata Filisxeemotaa keessaa gad ni baʼan. Gareen inni tokko daandii gara Ofraa, jechuunis gara biyya Shuʼaalitti geessu irra buʼe;
-