-
1 Saamuʼel 14:26Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 Namoonni sun yommuu gara bosonichaatti seenan dammi utuu coccophuu argan; haa taʼu malee, kakaa sana waan sodaataniif, namni tokko illee harka isaa gara afaan isaatti hin geessine.
-