-
1 Saamuʼel 14:27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 Yonaataan garuu abbaan isaa namoota sana kakachiisuu isaa hin dhageenye;+ kanaafuu, hiixatee fiixee ulee harka isaa irra ture sana dhaaba dammaa sana keessa cuuphe. Harka isaa gara afaan isaatti yommuu geessus ijji isaa ni ife.
-