-
1 Saamuʼel 14:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Haleellaa jalqabaa Yonaataanii fi namichi meeshaa waraanaa isaaf baatu sun godhaniin, walakkaa qotiisa qotiyyoo cimdiin guyyaatti qotu keessatti gara namoota 20 ni rukutan.
-