1 Saamuʼel 12:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Yihowaa yoo sodaattan,+ isa yoo tajaajiltan,+ sagalee isaatiif yoo ajajamtan,+ ajaja Yihowaa yoo mormuu baattan, akkasumas isinis taatan mootiin isin bulchu Waaqa keessan Yihowaa yoo hordoftan, gaarii isiniif ni taʼa.
14 Yihowaa yoo sodaattan,+ isa yoo tajaajiltan,+ sagalee isaatiif yoo ajajamtan,+ ajaja Yihowaa yoo mormuu baattan, akkasumas isinis taatan mootiin isin bulchu Waaqa keessan Yihowaa yoo hordoftan, gaarii isiniif ni taʼa.