-
1 Saamuʼel 15:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Yeroo kanatti Saaʼol, “Isaan kun Amaaleqota irraa kan fudhatamani dha; kunis kan taʼe namoonni kun bushaayee fi loon warra gaggaarii Waaqa kee Yihowaadhaaf aarsaa gochuuf waan hambisaniifi;* warra hafan garuu guutummaatti balleessineerra” isaan jedhe.
-