Tiitoo 1:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 kunis abdii jireenya bara baraa+ isa Waaqni sobuu hin dandeenye+ bara dheeraa dura waadaa gale irratti kan hundaaʼe dha; Ibroota 6:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 kana kan godhes, karaa wantoota hin jijjiiramnee fi Waaqayyo sobuu itti hin dandeenye+ lamaan, nuti warri eegumsa argachuuf Waaqayyotti baqanne, abdii isa nu dura jiru jabeessinee qabachuuf jajjabina guddaa akka argannuufi.
2 kunis abdii jireenya bara baraa+ isa Waaqni sobuu hin dandeenye+ bara dheeraa dura waadaa gale irratti kan hundaaʼe dha;
18 kana kan godhes, karaa wantoota hin jijjiiramnee fi Waaqayyo sobuu itti hin dandeenye+ lamaan, nuti warri eegumsa argachuuf Waaqayyotti baqanne, abdii isa nu dura jiru jabeessinee qabachuuf jajjabina guddaa akka argannuufi.