-
1 Saamuʼel 22:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Yeroo kanatti mootichi eegdota* isatti marsanii dhaabbataniin, “Isaan Daawit irra waan goraniif, itti garagalaatii luboota Yihowaa ajjeesaa! Inni baqachaa akka jiru utuma beekanii anatti hin himne!” jedhe. Tajaajiltoonni mootichaa garuu luboota Yihowaa rukutuuf harka isaanii kaasuu hin barbaanne.
-