-
1 Saamuʼel 28:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Achiis “Saamuʼel” Saaʼoliin, “Akkan kaʼu gochuudhaan maaliif na jeeqxa?” jedhe. Saaʼolis, “Ani rakkina guddaa keessan jira. Filisxeemonni na waraanaa jiru; Waaqayyo na irraa fagaateera; karaa raajotaas taʼe abjuudhaan naaf hin deebisu;+ maal gochuu akkan qabu akka na beeksistuuf kanan si waame kanaafi”+ isaan jedhe.
-