1 Saamuʼel 18:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Yihowaan Daawitii wajjin waan tureef, Saaʼol irraa garuu waan fagaateef+ Saaʼol isa ni sodaate.+