1 Saamuʼel 17:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Achiis Filisxeemichi, “Ani harʼa loltoota Israaʼel warra hiriira galanii dhaabbatan nan qaanessa.*+ Nama tokko naa kennaa, wal haa lollu!” jedhe. Ermiyaas 10:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Yihowaan garuu dhugumaan Waaqa dha. Inni Waaqa jiraataa+ fi Mootii bara baraa ti.+ Dheekkamsa isaatiin kan kaʼe lafti ni kirkirti,+Sabni balaaleffannaa isaa dura dhaabbatus hin jiraatu.
10 Achiis Filisxeemichi, “Ani harʼa loltoota Israaʼel warra hiriira galanii dhaabbatan nan qaanessa.*+ Nama tokko naa kennaa, wal haa lollu!” jedhe.
10 Yihowaan garuu dhugumaan Waaqa dha. Inni Waaqa jiraataa+ fi Mootii bara baraa ti.+ Dheekkamsa isaatiin kan kaʼe lafti ni kirkirti,+Sabni balaaleffannaa isaa dura dhaabbatus hin jiraatu.