-
Isaayyaas 31:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Sababiin isaas, Yihowaan akkana naan jedheera:
“Akkuma leenci, leenci saafelli cimaa taʼe wanta adamsee qabate irratti gururiʼutti,
Yommuu guutummaan tuuta tiksitootaa isa irratti wal waaman
Sagalee isaaniitiin kan kaʼe akkuma hin jeeqamnetti,
Waca isaaniitiin kan kaʼes akkuma hin sodaannetti,
Yihowaan Gooftaan Raayyaas
Gaara Xiyoonii fi tabba ishii irratti waraana banuuf gad ni buʼa.
-