29 Isin aarsaa koo fi kennaa koo isa ani mana koo keessatti+ akka dhihaatu ajaje kan tuffattan maaliifi? Aarsaa sabni koo Israaʼel dhiheessu hundumaa keessaa isa filatamaa nyaattanii of gabbisuudhaan ana caalaa ilmaan keetiif ulfina kan kennite maaliifi?+