1 Saamuʼel 16:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Isseyis nama ergee isa fichisiise. Inni diimaa, ijji isaa bareedaa, bifti isaas miidhagaa ture.+ Achiis Yihowaan, “Inni ani filadhe isa kana waan taʼeef, kaʼiitii isa dibi!” isaan jedhe.+ 1 Saamuʼel 17:33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 Saaʼol garuu Daawitiin, “Ati dhaqxee Filisxeemicha kana loluu hin dandeessu; sababiin isaas ati mucaa xinnoo dha;+ inni garuu ijoollummaa isaatii jalqabee loltuu ture” jedhe.
12 Isseyis nama ergee isa fichisiise. Inni diimaa, ijji isaa bareedaa, bifti isaas miidhagaa ture.+ Achiis Yihowaan, “Inni ani filadhe isa kana waan taʼeef, kaʼiitii isa dibi!” isaan jedhe.+
33 Saaʼol garuu Daawitiin, “Ati dhaqxee Filisxeemicha kana loluu hin dandeessu; sababiin isaas ati mucaa xinnoo dha;+ inni garuu ijoollummaa isaatii jalqabee loltuu ture” jedhe.