LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 24:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Mootiin Israaʼel anaan ariʼaa? Ofii ani maali dha? Ani akkuma saree duʼee ti. Ani akkuma tafkii ti.+

  • 2 Saamuʼel 16:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Yeroo kanatti Abishaay ilmi Zeruuyaa+ mootichaan, “Saree duʼaan+ kun gooftaa koo mooticha kan abaaru maaliifi?+ Maaloo, dhaqeen mataa isaa irraa mura”+ jedhe.

  • 2 Mootota 8:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Hazaaʼelis, “Ani tajaajilaan kee saree dha; akkamittan wanta akkanaa raawwachuu dandaʼa?” jedhe. Eelsaaʼi garuu, “Ati Sooriyaa irratti mootii akka taatu Yihowaan natti argisiiseera” isaan jedhe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi