1 Saamuʼel 17:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Saaʼolii fi namoonni Israaʼelis walitti qabamanii Sulula* Eelaa+ keessa erga buufatanii booda, Filisxeemota waraanuuf hiriira galanii baʼan. 1 Saamuʼel 17:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Yeroo kanatti isaan Saaʼolii fi Israaʼelota kaan hundumaa wajjin Filisxeemota waraanuuf+ Sulula* Eelaa+ keessa turan.
2 Saaʼolii fi namoonni Israaʼelis walitti qabamanii Sulula* Eelaa+ keessa erga buufatanii booda, Filisxeemota waraanuuf hiriira galanii baʼan.
19 Yeroo kanatti isaan Saaʼolii fi Israaʼelota kaan hundumaa wajjin Filisxeemota waraanuuf+ Sulula* Eelaa+ keessa turan.