9 Yeroo kanatti lubichi, “Goraadeen Goliyaad+ Filisxeemichaa ati Sulula Eelaa+ keessatti ajjeeste sanaa uffataan maramee efuudicha+ duuba jira. As kan jiru isa qofa waan taʼeef, isa fudhachuu yoo barbaadde fudhadhu” isaan jedhe. Daawitis, “Kan akka isaa hin jiru. Isuma naa kenni” isaan jedhe.