-
1 Saamuʼel 16:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Yeroo kanatti Saaʼol, “Ilma kee Daawit isa hoolota tiksu naa ergi” jedhee namoota gara Isseyitti erge.+
-
-
1 Saamuʼel 16:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Akka kanaan, Daawit gara Saaʼol dhufee isa tajaajiluu jalqabe.+ Saaʼolis baayʼee isa jaallachaa dhufe; Daawitis nama meeshaa waraanaa isaaf baatu ni taʼe.
-