LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 8:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Akkana isaaniin jedhe: “Mootiin isin bulchu wantoota kana isin gaafachuuf mirga qaba:+ Inni ilmaan keessan fudhatee+ gaarii fardaa isaa keessa kaaʼa;+ abbootii fardeenii isaas isaan godhata;+ isaan keessaa tokko tokko immoo gaarii fardaa isaa dura ni fiigu.

  • 1 Saamuʼel 16:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Saaʼol, “Daawit fuula koo duratti fudhatama waan argateef, maaloo, inni asuma na bira taʼee na haa tajaajilu” jedhee Isseyitti dhaamsa erge.

  • 1 Saamuʼel 17:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Daawit hoolota abbaa isaa tiksuuf+ Saaʼol biraa Beetaliheemitti deddeebiʼa ture.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi