1 Saamuʼel 18:30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 Bulchitoonni Filisxeemotaa waraanaaf ni baʼu turan; taʼus yeroo waraanaaf baʼan hundumaatti, Daawit tajaajiltoota Saaʼol hundumaa caalaa milkaaʼina argata* ture;+ maqaan isaas ulfina guddaa argachaa deeme.+
30 Bulchitoonni Filisxeemotaa waraanaaf ni baʼu turan; taʼus yeroo waraanaaf baʼan hundumaatti, Daawit tajaajiltoota Saaʼol hundumaa caalaa milkaaʼina argata* ture;+ maqaan isaas ulfina guddaa argachaa deeme.+