1 Saamuʼel 1:27, 28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Ilma kana argachuuf kadhadheen ture; Yihowaanis wanta ani isa kadhadhe naaf kenneera.+ 28 Ani immoo amma Yihowaadhaaf isa nan kenna.* Inni umurii isaa guutuu Yihowaadhaaf kan kenname taʼa.” Innis* achitti Yihowaadhaaf ni sagade.
27 Ilma kana argachuuf kadhadheen ture; Yihowaanis wanta ani isa kadhadhe naaf kenneera.+ 28 Ani immoo amma Yihowaadhaaf isa nan kenna.* Inni umurii isaa guutuu Yihowaadhaaf kan kenname taʼa.” Innis* achitti Yihowaadhaaf ni sagade.